Comments

July 3, 2017 08:22

Oromoo ICT
.
Jajjabee biyya kiyyaa
Jabaadhu siif jirra
Ilma oromtichaa
Abdii hidda jaarraa
.
Jabaadhu hundee ICT
Nuuf haa baay'atu
Kan akkakeetii

June 26, 2017 11:26

Uffee siin jeenna
Jabaadhu
Abdii dhamaatiikee
An galfatakee hin nyaadhu
Atuu guddisuuf dhamaata
OICT n baataa
Garaakee guutuu dhamaate
Waaqi sihaa gargaaru
Jabaadhu.
Abdii abdii sirraa qabna

June 24, 2017 10:18

Abdisaa :gumaacha ati sabakeef lammiikeef hirqinfattee qubee afaan oromoon fb fayyadamuu qabna better hojjechaa jirtu ,baay'ee namatti tola.kanaaf dholoonni si duubaa arreedaa jiran faanakee hordofuun gumaachakee kana leellisanii si waliin dhaabachuu qabna.

June 24, 2017 10:13

Abdiisaa Abdii biyyaa
Kan keessikee dhaadatu
Afaankee guddusuuf
Komputera gaafatu
Hordaa isa qalamaan
Tumatee kan yaafatu.
.
Nu hawwisiise kaayyoon
Kaayyoonkee inni bu'uuraa
ICT fi qubeen
Si dhagahuufan xuruura
.
Jabaadhu.